Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 17

Dhufiisa Mootummaa Waaqaa

20 Worri Fariisaayotaa gariin mootummaan Waaqaa yoom akka dhuttu Yesuus gaafatane. Inni deebisee, «Mootummaan Waaqaa karaa nami eeguun hin dhuttu. 21 Eennulle, Ilaa, as jirti!yookiin, Achi jirti!hin jedhu; sababille, mootummaan Waaqaa isin keessa17:21Isin keessa: Yookiin odduu teessan jirti» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também