Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 18:1,7,8

Mammaassa Haadha Hiyyeessaatii Fi Abbaa Mura’aa

1 Achiin duuba Yesuus barattooti isaa yennaa mara akka daadimatanuu fi daadimatiisa akka hin dadhanne barsiisiisaaf mammaassa itti mammaakee: 7 Waaqille worra isaaf filame ka halkanii fi guyyaa gara isaa iyyuuf hin muruu ree? Isaan qarqaariisaaf hin hancaaraa? 8 Ani isinitti hima, dafee isaaniif hin mura. Te’uu malee, Ilmi Namaa yennaa dhufu dhugeeffannaa lafa irratti hinuma dhaggaa laati?» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.