Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 19

2 Namichi Zakkewoos jedhamu tokko achi jiraayyu. Inni mootii worra qaraxa guuruutii fi nama dureessa. 3 Yesuus kam akka te’e beekiisaaf barbaadee, hojjaan isaa ammoo gabaadduu waan teeteef, gumiin waan heddatteef Yesuus dhaggiisaaf hin dandeenne. 4 Yesuus karaa saniin waan dabaraaruuf, isa dhaggiisaaf jedhee gumi’iin dura fiigee qilxaa tokko yaabe. 5 Yesuus addee san yennaa geye, ol ilaalee, «Zakkewoos, adha mana keeti ooluun waan naa maleef, dafii gad bu’i» jedheen. 6 Maarre inni dafee gad bu’ee gammadaan Yesuus fudhate. 7 Worri kana dhagge maraa, «Inni keessummumma’aaf mana cubbichaa dhaqe» jedhee gungume.

8 Zakkewoos ol ka’ee dhaabbatee Gootta’aan, «Gootta’a! Ani wol qixxee karra tiyyaa hiyyeeyyi’iif hin qooda, eennulle irraa sobee yoo wo fudhadhee jiraadhe, harka afur hin deebisaaf» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também