Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 19

37 Yennaa inni karaa gaara ejersaa irraa gad buusutti dhikaate, gumiin barattoota isaa duudiin, hujii bilbaasaa dhaggite maraaf gammaddee, qoonqoo guddo’oon, 38 «Mootiin maqaa Gootta’aatiin dhufu ka eebbifame! Ol-gubbaatti nageenni, olii ol-gubbaaatille ulfinni te’u!» jedhaa Waaqa galateeffatte.

Veja também