Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 2

10 Ergantichi Waaqaa ammoo, «Hin sodaatina’a! Ani oduu gammadaa ta kolbaa maraaf gammada guddaa teetu isinitti odeessiisaaf dhufe. 11 Adha qachaa Daawitiititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni Goottaa Kiristoos.

Veja também