10 Ergantichi Waaqaa ammoo, «Hin sodaatina’a! Ani oduu gammadaa ta kolbaa maraaf gammada guddaa teetu isinitti odeessiisaaf dhufe. 11 Adha qachaa Daawitiititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni Goottaa Kiristoos. 12 Beessisi isaalle kana: annuu hoccu’uun maramee, goongaa keessa irkateeruun dhaggitan» isaaniin jedhe.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 2
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.