15 Ergantooti Waaqaa tissitoota lakkisanee gara ol-gubba’aa deebi’aneen duuba, tissitooti, «Ka’aa me, gara Beeteelemii dhandhee, waan te’e kana, ka Goottaan nu’utti hime ilaallaa!» woliin jedhane. 16 Maarre isaan ariifatanee dhaqanee, Maariyaami’ii fi Yoseef, daa’imalle goongaa keessa irkateeruun dhaggane. 17 Tissitooti yennaa isa dhaggane, waan ergamaan Waaqaa marroo daa’ima kanaatiif dubbate isaanitti odeessane. 18 Worri waan kana dhage’ane maraa, waan tissitooti isaanitti odeessane baaseffatane.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 2
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.