34 Achiin duuba Simoon isaan eebbisee, Maariyaami’iin, «Daa’inni kun Israa’el keessatti nama heddu’uuf sababa badi’ii, nama heddu’uufille sababa fayyinnaa akka te’uuf Waaqaan filatameera. Inni beessisa Waaqa biraa kenname, ka kolbaan hedduun mormitu te’ee, 35 yaada isaanii ka dhossa’aa ifatti hin baasa. Gaddi akka shallaagaa qaramee gadhaa keeti hin woraana» jedhe.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 2
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.