7 Isiin ilma angaficha deettee, mana keessumma’aa keessaa addee buli’ii waan dhabaneef, annuu hoccu’uun martee goongaa2:7Goongaa: Gonboo keessa irkitte.