Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 22

42 «Abba’a, yoo fedha keeti te’e, muduunuu rakkinnaa tana na irraa fuudhi; ammoo akka fedha kiyyaa adoo hin te’in, akka fedha keetii te’uu ti!» jedhee daadimate. 43 Achiin duuba ergamaan ol-gubbaaa mudhatee isa jajjabeesse. 44 Muddama ifii guddaa keessatti ittuma jabeessee daadimate; danfi isaalle akka coccopha dhiigaa lafatti gad roobe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também