Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 22

61 Goottaan garagalee Pheexroos ilaale. Achiin duuba Pheexroos Jecha Gootta’aa, ka duri inni isaan, «Edanuma adoo lukkuun hin iyyin yennaa sadiin na hin mormatta» jedhe qaabatee, 62 gad bayee laaleffatee bowe.

Veja também