Yesuus Fannifame
26 Adoo Yesuus geessanuu, nama biyya Qareena’aa ka Simoon jedhamu tokko baadiyya’aa galuun qabanee, muka fanno’oo ba’atee Yesuus faana akka deemuuf irra keyane.