34 Yesuus ammoo, «Abba’a, isaan waan godhiisatti jiranu waan hin beenneef, isaaniif araarami!» jedhe23:34Woraabbiin durii durii gariin hima kana hin qabu. Isaan carraa buufatiisaan woyaa isaa qoodamane.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 23
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.