Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 4

3 Seexanni isaan, «Ati Ilma Waaqaa yoo teete, dhakaan kun daabboo akka te’u ajaji» jedhe. 4 Yesuus deebisee, «Barreeffam woyyichi, Nami sagalee calla’aan hin le’ujedha» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também