24 Amma ammoo ani Ilmi Namaa cubbuu araaramiisaaf lafa irratti baallii akka qabu akka beettanu» jedhee, namicha laashoweeruun, «Ol ka’i! Raree teeti fudhadhuutii gara mana keetii deemi!» jedhe.