Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 5

Gaaffii Marroo Laamiisaa

33 Namooti gariin Yesuusiin, «Barattooti Yohaannisii yennaa hedduu laamaa daadimatan. Barattooti fariisaayotaalle akkasuma tolchan, barattooti teeti ammoo hin nyaatanii, hin unan» jedhane. 34 Yesuus deebisee, «Worri jila fuudhaa fi heerumaatii waamame5:34Worri jila fuudhaa fi heerumaatii waamame: Hiikkaan gariin jaaloti jedha adoo waajibichi isaan woliin jiruu, akka laamu isin hin tolchitanii? Hin tolchitanu! 35 Yennaan waajibichi isaan biraa fudhatamu ammoo hin dhutti. Isaan yennaa san laaman» isaaniin jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também