Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 6

35 Isin ammoo diinota keessan jaaladha’a, waan dansaalle isaaniif godha’a. Nu’uuf deebisan jettanee adoo hin yaadin liqeessa’a. Tana yoo gootane gatii guddoo hin dhaggattan, ijoollee Waaqa Ol Aana’aalle hin teetan. Inni worra galata hin qannee fi dabaaleyyi’iifille arja’a.

Veja também