Publicidade

Lucas 6

Namatti Muriisa

37 «Namatti hin murina’a, Waaqille isinitti hin muru; yakkaa namatti hin murina’a, Waaqille yakkaa isinitti hin muru; namaaf araarama’a, Waaqille isiniif hin araarama. 38 Namaaf kenna’a, Waaqille isiniif hin kenna. Safaraa dansa’aan, gad miicamee, gingilfamee, irraan danbalaafamee isinii hin kennama. Safaraa isin worra dhibi’iif itti safartanetti Waaqille isiniif safara» jedhe.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-