Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 6

Muki Midhaan Ifiitiin Beekkama

43 «Muki dansaan midhaan hamaa hin buusu, muki hamaalle midhaan dansaa hin buusu. 44 Muki martinuu midhaan buusuun beekkama; midhaan harru’uu waaccuu irraa yookiin midhaan woyni’ii kom’olcha irraa hin guuranu. 45 Nami dansaan dansummaa gadhaa ifii keessaa waan dansaa baasa; nami hamaalle hammeenna gadhaa ifii keessaa waan hamaa baasa. Waan gadhaa guute afaan dubbata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também