Pular para o conteúdo
Publicidade

Lucas 7

31 Yesuus itti dabalee, «Kolbaa bara kanaa tana maaniin wol fakkeessa? Isaan maan fakkaatan? 32 Isaan akka ijoollee dikkoo keessa teteettee, Suusullee7:32Suusullee: Ulullee isinii afuunne, isin ammoo hin sirbine; faaruu awwaalaa isinii faarsine; isin ammoo hin boonnejedhaa wolitti woccu fakkaatan. 33 Yohaannisiin cuuphaan adoo sagalee hin nyaatin, daadhii woyni’iille hin unin dhufee jennaan, Inni durriisa ifi keessaa qabajettane. 34 Ilmi Namaa ammoo, nyaataa unaa dhufee jennaan, Nama kana ilaala’a! Inni gadhitoo, machowaa, jaala worra qaraxa guuruutii fi cubbaaleyyi’ii tijettane. 35 Te’uu malee, qaruun Waaqaa worra isii fudhatu7:35Worra isii fudhatu: Ijoollee isi’ii maraan dhugaa akka teete mirkanootteerti» jedhe.

Dubartiin Takka Yesuus Fiqiree Issite

36 Fariisaayichi tokko Yesuus akka isa woliin nyaatuuf waamee, Yesuus mana isaa dhaqee nyaatiisaaf tee’e. 37 Qachaa san keessa dubartii cubbaalettii takkatti jira. Maarre isiin akka inni mana Fariisaayichaatitti nyaatiisatti jiru dhageettee, fiqiree duloo albaasaaxarii irraa hojjatante guutuu fiddee,

Veja também