Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 7

33 Yohaannisiin cuuphaan adoo sagalee hin nyaatin, daadhii woyni’iille hin unin dhufee jennaan, Inni durriisa ifi keessaa qabajettane. 34 Ilmi Namaa ammoo, nyaataa unaa dhufee jennaan, Nama kana ilaala’a! Inni gadhitoo, machowaa, jaala worra qaraxa guuruutii fi cubbaaleyyi’ii tijettane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também