Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 8

Dubartoota Yesuus Hordofane

1 Kanaan duuba adoo hin turin, Yesuus Oduu Gammadaa ta mootummaa Waaqaa lassaa lallabaa qachootaa fi olloota keessa ideeme. Barattooti isaa kudhanii lamaanii, 2 fi dubartooti gariin ta ayyaana hama’aa fi dhukkuba irraa fayyanelle isa woliin jiraniiyyu. Isaan san keessalle’ee Maariyaamii Magdalaa ta jedhantu, ta durriisoti torba keessaa baafame, 3 Yo’anaa niitii Kuuzaa mana Heroodisii toowatuu, Susanaa fi dubartooti hedduun dhibiin ta karra ifiitiin Yesuusii fi barattoota isaa qarqaarane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também