2 fi dubartooti gariin ta ayyaana hama’aa fi dhukkuba irraa fayyanelle isa woliin jiraniiyyu. Isaan san keessalle’ee Maariyaamii Magdalaa ta jedhantu, ta durriisoti torba keessaa baafame, 3 Yo’anaa niitii Kuuzaa mana Heroodisii toowatuu, Susanaa fi dubartooti hedduun dhibiin ta karra ifiitiin Yesuusii fi barattoota isaa qarqaarane.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 8
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.