16 Yesuus daabboo xaltaa shanii fi qurxummii lama fuudhee, gara ol-gubba’aa ilaalee, Waaqaaf galata galchee, caccassee, kolba’aaf akka qoodanu barattootatti kekenne. 17 Isaan martinuu nyaatanee quufanee, hambaa irraa hatte barattooti kollonjoo kudhanii lama fuudhane.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 9
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.