61 Achiin duuba ammalle nami dhibiin, «Gootta’a, ani si hordofa; ammoo dursee dhaqee maatii tiyyaatii nageya akka dhaamuuf naa eeyyami» jedhe. 62 Yesuus isaan, «Nami qottoo9:62Qottoo: Qottoon meeshaalee adda addaa ka ittiin lafa qottanu ilaala harkatti qabatee, ifiin duuba ilaalu mootummaa Waaqaatiif hin te’u» jedhe.
Publicidade
Wongeela Luqaasii 9
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.