Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Lewwootaa 23

Jila Yennaa Midhaan Galfatnuu

15 « Guyyaa Sanbatatti aanu, guyyaa laddee matoomaa kennansa tachoofamu dhikeessitaneen jalqaba’aatii torbaan yennaa torba laakkowa’a!

22 « Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; midhaan lafa teessanii yennaa galfattanu haga fichaa qarqaraatitti hin haammatina’a; woxoo midhaan galfattanu sanii hiyyeessaa fi alaga’aaf lakkisa’ajedha» jedhiin.

Veja também