42 Guyyaa torba gosee keessa tee’a’a; nami dhalootaan Israa’el te’e marti gosee keessa turuu ti. 43 Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; ani kolbaa Israa’elii biyya Gibxi’ii keessaa yennaa baase gosee keessa akka le’anu akka isaan tolche dhalooti keessan tanaan beekan jedha› jedhiin» jedhe.
Publicidade
Kitaaba Seera Lewwootaa 23
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.