Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Lewwootaa 25:10

10 Woggaa shantameesso’oo woyyoonsa’a; namoota biyya teessan keessa jiru maraaf bilisummaa lassa’a. Woggaan tun jila woggaa shantameesso’oo25:10 Jila woggaa shantameesso’oo: Afaan Ibrootaatiin yobeel jedhama. isiniif teetuu ti. Woggaa tanatti tokko tokkoon keessan gara qabeenna maatii teessaniitii fi gara fira keessanii deebi’a’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.