30 «‹Waan latti baachu mara keessaa, midhaan biyyeen baachu yookiin midhaan mukaalle te’u kudhan keessaa tokko ka ana Mootii Waan Maraa ti. Ana Mootii Waan Maraatiifille ka woyyoome. 32 Horii keessaa kudhan keessa tokko, ka laakkowamiisaaf ulee tissitootaa jala dabaranu mara keessaa kudhaneessoon, ka ana Mootii Waan Maraatiif woyyoome te’uu ti.
Publicidade
Kitaaba Seera Lewwootaa 27:30,32
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.