12 Ibiddi addee ciinca’aa irraa ittuma bobe’uutii malee ijjumaa hin dhaamin. Hayyichi ganama ganama qoraan itti dabaluu ti; kennansa gubamulle ibidda san irratti tarree galchee, moora kennansa tokkumma’aa san irratti gubuu ti. 13 Ibiddi yennaa mara addee ciinca’aa irratti bobe’uutii malee ijjumaa hin dhaamin.
Publicidade
Kitaaba Seera Lewwootaa 6:12,13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.