Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 1

23 Yennuma san namichi ayyaana hama’aan qabameeru tokko Mana Waaqonfannaa Yihudootaa seenee, 24 «Yesuusii nama Naaziretii, haajaa maan nu woliin qadda? Nu balleessiisaaf dhuttee? Ani ebeluu teeti hin beeka; ati Woyyicha Waaqaa ti!» jedhe iyye.

25 Yesuus ayyaana hama’aan «Cadhisi! Keessalle’ee bayi» jedhee xixe.

26 Ayyaanni hamaan sun namicha gajassiisee, qoonqoo guddo’oon iyyee keessaa baye.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também