Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 10:13-16

13 Namooti gariin akka Yesuus harka ifiitiin qaqqabee eebbisuuf, ijoollee didiqqoo gara isaa fidane. Barattooti ammoo isaan dheekkamane. 14 Yesuus yennaa waan kana dhagge aaree, «Mootummaan Waaqaa waan ta worra akka ijoollee tanaa teeteef, ijoolleen gara kiyya dhuttuutii, hin dhooggina’aa lakkisa’a! 15 Ani dhugumaan isinitti hima; eennulle mootummaa Waaqaa akka ijoolleen takka fudhattutti ka hin fudhanne, itti hin galu» jedhe.10:15 Mat. 18:3 16 Achiin duuba ijoollee habbaarratee harka ifiitiin qaqqabee, isaan eebbise.

Namicha Dureessa Tokko

(Mat. 19:16-30; Luq. 18:18-30)

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.