Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 10

15 Ani dhugumaan isinitti hima; eennulle mootummaa Waaqaa akka ijoolleen takka fudhattutti ka hin fudhanne, itti hin galu» jedhe.10:15 Mat. 18:3 16 Achiin duuba ijoollee habbaarratee harka ifiitiin qaqqabee, isaan eebbise.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também