Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 10

28 Jennaan Pheexroos, «Kunoo, nuuti waan maraa lakkinnee si hordonneerra» jedheen.

29 Yesuus deebisee, «Dhugumaan isinitti hima; eennulle mana yookiin obboleeyyan yookiin obboleettota yookiin haadha yookiin abbaa yookiin ijoollee yookiin fichaa anaa fi Oduu Gammadaatiif jedhee ka lakkise, 30 lafuma tanatti manoota, obboleeyyan, obboleettota, haadhotii, ijoolle’ee fi fichoota harka dhibbaan caalaa miidhaa woliin hin fudhata; lafa dhuttulle’etti jiruu bara baraa hin qabaata. 31 Ammoo worri hedduun amma dura jiranu, worra duubaa hin te’an; worri hedduun amma duuba jiranu worra duraa hin te’an» jedhe.10:31 Mat. 20:16

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também