43 Isin oddu’utti ammoo akkas hin te’u; eennulle isin keessaa nama guddaa te’iisaaf ka barbaadu, tajaajilaa keessan te’uu ti. 44 Eennulle isin keessaa nama namaan duraa te’iisaaf ka barbaadu, garbicha nama maraa te’uu ti.