Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 10

6 Jalqabatti yennaa dadi dadantu, Waaqi dhiiraa fi dubartii dade;7 Waan kanaaf nami tokko abba’aa fi haadha ifii lakkisee ibidda ifii woliin wol qabatan. 8 Isaan lachuu tokko te’an.Maarre yoona isaan foon tokko malee lamaanii moti. 9 Waan Waaqi wolitti qassiise nami gargar hin baasin!» isaaniin jedhe.

Veja também