Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 11

Yesuus Muka Harru’uu Tokko Abaare

12 Guyyaa lammeesso’oo yennaa isaan Bitaaniya’aa deebi’anu Yesuus beelaye. 13 Inni harruu urruuba takka fago’otti dhaggee, midhaan irraa dhaggadhaa laati jedhee, ilaaliisaaf dhaqe. Ammoo inni yennaa isii bira geye, yennaan sun yennaa harruun midhaan buuttu waan te’uu dhabeef, baala malee waan tokkolle irraa dhabe. 14 Maarre Yesuus harruu saniin, «Eennulle ijjumaa deebi’ee midhaan si irraa hin nyaatin!» jedhe. Barattooti isaalle waan inni jedhe kana dhage’ane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também