Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 11:22-25

22 Yesuusille deebisee, «Waaqatti dhugeeffadha’a. 23 Dhugumaan isiniin jedha; eennulle gadhaa ifiititti adoo hin mamin gaara kanaan, ‹Asii ka’iitii, gara abbaaya’aa ifi darbi!› yoo jedhe, wonni inni jedhulle akka teetuuf yoo dhugeeffate, wonni sun isaaf hin teeti.11:23 Mat. 17:23; 1 Qor. 13:2 24 Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha’a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.

25 «Yennaa daadimatiisaaf kaatanee dhaabbattanu, abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru yakkaa keessan akka isinii araaramu, eennulle irratti quuqaa yoo qabaattane araarama’a.11:25 Mat. 6:14-15 [

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.