12 Obboleessi obboleessa, abbaalle ilma gara du’aa dabarsee hin kenna. Ijoolleen worra ifiititti kaatee hin ijjeesisiitti. 13 Nami martinuu sababa kiyyaaf isin jibba. Haga muumme’ee ka ossatu ammoo hin fayya.13:13 Mat. 10:22