Publicidade

Marcos 13

Dhufiisa Ilma Namaa

24 «Guyyootuma san keessa, yennaa rakko’oo saniin duuba, aduun hin dukkanti; jiinille deebi’ee hin ifu. 25 Urjooti ol-gubbaa irraa hin harcaati; hunni ol-gubbaaa hin raafanti. 26 Achiin duuba Ilmi Namaa, hunna guddo’oo fi ulfinnaan duumensa keessa dhufuun dhaggitan. 27 Inni ergantoota Waaqaa maddii arfan lafaatitti ergee, kolbaa Waaqi filate qaccee biyya lafaa mara irraa wolitti qaban.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-