26 Achiin duuba Ilmi Namaa, hunna guddo’oo fi ulfinnaan duumensa keessa dhufuun dhaggitan. 27 Inni ergantoota Waaqaa maddii arfan lafaatitti ergee, kolbaa Waaqi filate qaccee biyya lafaa mara irraa wolitti qaban.
Publicidade
Wongeela Maarqoosii 13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.