9 «Isin ifi eeggachuu qaddan. Qabanee gara mura’aa isin hin geessan; Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti isin hin dhaanan. Akka naaf dhugaa teetanu13:9Akka naaf dhugaa teetanu: Akka Oduu Gammadaa yookiin marroo dhugeeffannaa teessanii itti hintanu, naaf jettanee bulchitootaa fi mootota dura hin dhaabbattan. 10 Ammoo muummeen dhufiisaan dura, Oduun Gammadaa kolbaa maraaf lallabamuu qaddi.
Publicidade
Wongeela Maarqoosii 13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.