Publicidade

Marcos 14

Irbaata Gootta’aa

22 Adoo nyaatiisatti jiranuu, Yesuus xaltaa daabbo’oo fuudhee, eebbisee, caccassee, barattoota ifiitiif kennee, «Fudhadha’a; kun foon14:22Foon: Kitaab Giriikii nafa jedha kiyya!» jedhe.

23 Achiin duuba Inni muduunuu fuudhee, Waaqaaf galata galchee, isaaniif kenne; isaan maraa muduunuu keessaa unane. 24 Yesuus «Kun dhiiga kiyya, ka kolbaa heddu’uuf dhangala’e, ka Waaqi ittiin gondoore. 25 Ani dhugumaan isinitti hima; mootummaa Waaqaa keessaatitti haga guyyaa daadhii Woyni’ii haareya unutti ijjumaa deebi’ee daadhii Woyni’ii hin unu» isaaniin jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-