61 Inni cadhise malee womaa hin dubbanne. Ammalle hayyichi guddaan isaan, «Masiihiin, Ilmi Waaqa ulfaata’aa si’ii?» jedhee gaafate. 62 Yesuus, «Ee ana; Ilmi namaa midda Waaqaa waan mara godhuu dande’u tee’ee ol-gubba’aa duumensaan dhufuun hin dhaggitan» jedhe.
Publicidade