Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 15

44 Philaaxoos akka Yesuus qaata du’e yennaa dhage’ee maadeffate. Inni ajajaa dhibbaa waamee akka Yesuus du’eeru isa gaafate. 45 Philaaxoos ajajaa dhibbaa irraa oduu fuudheen duuba, reeffa Yoseefiif kenne.

Veja também