15 Achiin duuba inni, «Gara biyya lafaa duudii dhaqa’aatii, kolbaa maratti Oduu Gammadaa lallaba’a. 16 Nami dhugeeffatee cuuphame mara hin fayya; ammoo ka hin dhugeeffanne mara itti murama.
Publicidade
Wongeela Maarqoosii 16
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.