Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 2

Gaaffii Marroo Guyyaa Sanbataa

23 Guyyaa Sanbataa tokko Yesuus fichaa qamadi’ii keessa dabaruun, barattooti isaa adoo isa woliin ideemanuu qamadii bubuqqifatiisa jalqabane.

Veja também