31 Namooti hedduun kuun dhufaa kuun deemaa waan jiranuuf, Yesuusii fi barattooti isaa yennaa areeratanulle dhabane. Tanaaf inni isaaniin, «Ka’aa me takkaa addee qoommi’iititti baaneen foorfattanii» jedhe.
Publicidade
Wongeela Maarqoosii 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.