Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maarqoosii 6

41 Yesuus xaltaa shanii fi qurxummii lamaan fuudhee gara ol-gubbaaa ilaalee eebbise. Achiin duuba xaltaa daabbo’oo san caccassee, kolba’aaf akka qoodanu barattoota ifiititti kekenne. Inni qurxummii lamaan sanille akka nama mara geettuuf kukkute. 42 Nami maraayyuu nyaatee quufe. 43 Barattooti isaa hambaa daabbo’ootii fi qurxummi’ii kollonjoo kudhanii lama mijuu fuudhane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também