20 Yesuus itti aansee, «Waan qalbii namaa keessaa bawutti nama batteessa. 21 Wonni qalbii namaa keessaa bawu: yaada hamaa, sagaagaluu, hatuu, ijjeesuu, 22 gaarayyeeffatuu, joljoluu, hammeenna, sobuu, fariisaa, hinaaffaa, maqaa balleessuu, kooru'uu fi gowwu'u. 23 Wonni hantuun tun mara qalbii namaa keessaa baatee nama batteessiti» jedhe.
Publicidade
Publicidade